Ash-Shu'ara · 77/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَإِنَّهُمْ عَدُوٌّ لِّي إِلَّا رَبَّ الْعَالَمِينَ ۝٧٧
Fa innahum `aduwwwul leee illaa Rabbal `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaan anaaf diinota; garuu Gooftaa aalama hundaa malee (inni jaalalloo kooti)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 75-79 — Ash-Shu'ara

75قَالَ أَفَرَأَيْتُم مَّا كُنتُمْ تَعْبُدُونَ
[Ibraahiim] ni jedhe: “Sila waan gabbaraa turtan hubattanii jirtuu
76أَنتُمْ وَآبَاؤُكُمُ الْأَقْدَمُونَ
Isiniifi abbootiin keessan kan duraaniis
77فَإِنَّهُمْ عَدُوٌّ لِّي إِلَّا رَبَّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, isaan anaaf diinota; garuu Gooftaa aalama hundaa malee (inni jaalalloo kooti)
78الَّذِي خَلَقَنِي فَهُوَ يَهْدِينِ
[Inni] isa na uume, isatu na qajeelcha.”
79وَالَّذِي هُوَ يُطْعِمُنِي وَيَسْقِينِ
Inni Isa na nyaachisuufi na obaasuudha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
77Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 77

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 77 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaan anaaf diinota; garuu Gooftaa aalama hundaa malee (inni…

Suuratu Aayah 77/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 75–79. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers