An-Naml · 6/93
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naml
وَإِنَّكَ لَتُلَقَّى الْقُرْآنَ مِن لَّدُنْ حَكِيمٍ عَلِيمٍ ۝٦
Wa innaka latulaqqal Qur-aana mil ladun Hakeemin `Aleem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, ati Quraana [Rabbii] ogeessa, beekaa ta’e irraa qunnamta
🎧 Caqasi

📜 Aayah 4-8 — An-Naml

4إِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ زَيَّنَّا لَهُمْ أَعْمَالَهُمْ فَهُمْ يَعْمَهُونَ
Dhugumatti, isaan Aakhiraatti hin amanin, [gadhee] dalagaa isaanii isaaniif miidhagsineIsaanis ni dhama’u
5أُولَٰئِكَ الَّذِينَ لَهُمْ سُوءُ الْعَذَابِ وَهُمْ فِي الْآخِرَةِ هُمُ الْأَخْسَرُونَ
Isaan sun warra [addunyaa keessatti] adabbiin hamaan isaaniif jiruudhaIsaan Aakhiraatti isaanumatu hoonga’oodha
6وَإِنَّكَ لَتُلَقَّى الْقُرْآنَ مِن لَّدُنْ حَكِيمٍ عَلِيمٍ
Dhugumatti, ati Quraana [Rabbii] ogeessa, beekaa ta’e irraa qunnamta
7إِذْ قَالَ مُوسَىٰ لِأَهْلِهِ إِنِّي آنَسْتُ نَارًا سَآتِيكُم مِّنْهَا بِخَبَرٍ أَوْ آتِيكُم بِشِهَابٍ قَبَسٍ لَّعَلَّكُمْ تَصْطَلُونَ
Yeroo Muusaan maatii isaatiin “ani ibidda argeen jira; [deemeetin] ishee irraa odeeffannoo [waa’ee karaa] isiniif fidaYookiin immoo akka isin ho’ifattaniif xombooraa qabsiifamaa wahii isiniif fida” jedhe [yaadadhu]
8فَلَمَّا جَاءَهَا نُودِيَ أَن بُورِكَ مَن فِي النَّارِ وَمَنْ حَوْلَهَا وَسُبْحَانَ اللَّهِ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Yeroma inni ishee bira dhaqu akkana jechuun isatti lallabame: “Inni ibidda keessa jiruufi Inni cinaa ishee jiru khayriin isaa baay’ate; Rabbiin gooftaa aalamaa ta’es qulqullaahe
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — An-Naml 6

Suuratu An-Naml Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, ati Quraana [Rabbii] ogeessa, beekaa ta’e irraa qunnamta

Suuratu Aayah 6/93 — An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naml Caqasi, An-Naml Hiikkaa, An-Naml mp3, An-Naml pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers