Al-'Ankabut · 42/69
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-'Ankabut
إِنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ مَا يَدْعُونَ مِن دُونِهِ مِن شَيْءٍ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ ۝٤٢
Innal laaha ya`lamu maa yad`oona min doonihee min shai`; wa Huwal `Azeezul Hakeem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Rabbiin waan hunda irraa waan isaan Isaa gaditti kadhatan ni beekaInni injifataa, ogeessa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 40-44 — Al-'Ankabut

40فَكُلًّا أَخَذْنَا بِذَنبِهِ ۖ فَمِنْهُم مَّنْ أَرْسَلْنَا عَلَيْهِ حَاصِبًا وَمِنْهُم مَّنْ أَخَذَتْهُ الصَّيْحَةُ وَمِنْهُم مَّنْ خَسَفْنَا بِهِ الْأَرْضَ وَمِنْهُم مَّنْ أَغْرَقْنَا ۚ وَمَا كَانَ اللَّهُ لِيَظْلِمَهُمْ وَلَٰكِن كَانُوا أَنفُسَهُمْ يَظْلِمُونَ
Hundumaa badii isaatiif isa qabneIsaan irraa namoota bubbee cirrachaa itti erginetu jiraIsaan irraas namoota iyyansi isaan qabetu jiraIsaan irraas namoota dachii ittiin kunnetu jiraIsaan irraas namoota bishaan nyaachifnetu jiraRabbiin kan isaan miidhu hin taaneGaruu isaan lubbuu ofii kan miidhan ta’aniiru
41مَثَلُ الَّذِينَ اتَّخَذُوا مِن دُونِ اللَّهِ أَوْلِيَاءَ كَمَثَلِ الْعَنكَبُوتِ اتَّخَذَتْ بَيْتًا ۖ وَإِنَّ أَوْهَنَ الْبُيُوتِ لَبَيْتُ الْعَنكَبُوتِ ۖ لَوْ كَانُوا يَعْلَمُونَ
Fakkeenyi isaan Rabbii gaditti jaalallee godhatanii (gabbaranii) akka birbirooftuu (sharariitii) mana ijaarratteetiDhugumatti odoo kan beekan ta’anii irra laafaan manaa mana birbirooftuuti
42إِنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ مَا يَدْعُونَ مِن دُونِهِ مِن شَيْءٍ ۚ وَهُوَ الْعَزِيزُ الْحَكِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin waan hunda irraa waan isaan Isaa gaditti kadhatan ni beekaInni injifataa, ogeessa
43وَتِلْكَ الْأَمْثَالُ نَضْرِبُهَا لِلنَّاسِ ۖ وَمَا يَعْقِلُهَا إِلَّا الْعَالِمُونَ
Fakkeenyota san namootaaf ishee ni goona; beektota malees ishee hin hubatu
44خَلَقَ اللَّهُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ بِالْحَقِّ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ
Rabbiin samiifi dachii dhugaan uumeDhugumatti, sana keessa mu’uminootaaf mallattootu jira
Al-'AnkabutTarreeffama Qur'ana
69Aayah
MeccanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — Al-'Ankabut 42

Suuratu Al-'Ankabut Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Rabbiin waan hunda irraa waan isaan Isaa gaditti kadhatan…

Suuratu Aayah 42/69 — Al-'Ankabut العنكبوت (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-'Ankabut Caqasi, Al-'Ankabut Hiikkaa, Al-'Ankabut mp3, Al-'Ankabut pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers