Aal-Imran · 120/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
إِن تَمْسَسْكُمْ حَسَنَةٌ تَسُؤْهُمْ وَإِن تُصِبْكُمْ سَيِّئَةٌ يَفْرَحُوا بِهَا ۖ وَإِن تَصْبِرُوا وَتَتَّقُوا لَا يَضُرُّكُمْ كَيْدُهُمْ شَيْئًا ۗ إِنَّ اللَّهَ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌ ۝١٢٠
In tamsaskum hasanatun tasu`hum wa in tusibkum saiyi`atuny yafrahoo bihaa wa in tasbiroo wa tattaqoo laa yad urrukum kaiduhum shai`aa; innal laaha bimaa ya`maloona muheet
📖 Afaan Oromoon
Yoo toltuun wahii isin tuqe, isaan gaddisiisaYoo hamtuun isin tuqe immoo isheetti gammaduYoo isin obsitanii (Rabbiin) sodaattaniif malli isaanii homaa isin hin miidhuDhugumatti Rabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 118-122 — Aal-Imran

118يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَتَّخِذُوا بِطَانَةً مِّن دُونِكُمْ لَا يَأْلُونَكُمْ خَبَالًا وَدُّوا مَا عَنِتُّمْ قَدْ بَدَتِ الْبَغْضَاءُ مِنْ أَفْوَاهِهِمْ وَمَا تُخْفِي صُدُورُهُمْ أَكْبَرُ ۚ قَدْ بَيَّنَّا لَكُمُ الْآيَاتِ ۖ إِن كُنتُمْ تَعْقِلُونَ
Yaa warra amantan! namoota isin irraa hin ta’in jaalalloo iccitii hin godhatinaaIsin balleessuu irraa duubatti hin deebi’anuRakkina keessan hawwaniDhugumatti, jibbaan afaan isaanii irraa mul’atteWanti qomni isaanii dhoksitu immoo irra guddaadhaYoo kan xiinxaltan taataniif raajiwwan ifa isiniif taasifnee jirra
119هَا أَنتُمْ أُولَاءِ تُحِبُّونَهُمْ وَلَا يُحِبُّونَكُمْ وَتُؤْمِنُونَ بِالْكِتَابِ كُلِّهِ وَإِذَا لَقُوكُمْ قَالُوا آمَنَّا وَإِذَا خَلَوْا عَضُّوا عَلَيْكُمُ الْأَنَامِلَ مِنَ الْغَيْظِ ۚ قُلْ مُوتُوا بِغَيْظِكُمْ ۗ إِنَّ اللَّهَ عَلِيمٌ بِذَاتِ الصُّدُورِ
Dhagaaa! isin warri sun isaan jaallattu; isaan immo isin hin jaalatanuIsin kitaabota hundatti ni amantuYeroo isin qunnaman “nuti amannee jirra” jedhuYeroo kophaa ba’an immoo dallansuu irraa kan kae quba isaanii isin irratti ciniinu“Dallansuu keessaniin du’aa" jedhiDhugumatti Rabbiin beekaa waan qoma keessa jiruuti
120إِن تَمْسَسْكُمْ حَسَنَةٌ تَسُؤْهُمْ وَإِن تُصِبْكُمْ سَيِّئَةٌ يَفْرَحُوا بِهَا ۖ وَإِن تَصْبِرُوا وَتَتَّقُوا لَا يَضُرُّكُمْ كَيْدُهُمْ شَيْئًا ۗ إِنَّ اللَّهَ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطٌ
Yoo toltuun wahii isin tuqe, isaan gaddisiisaYoo hamtuun isin tuqe immoo isheetti gammaduYoo isin obsitanii (Rabbiin) sodaattaniif malli isaanii homaa isin hin miidhuDhugumatti Rabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaadha
121وَإِذْ غَدَوْتَ مِنْ أَهْلِكَ تُبَوِّئُ الْمُؤْمِنِينَ مَقَاعِدَ لِلْقِتَالِ ۗ وَاللَّهُ سَمِيعٌ عَلِيمٌ
Yeroo ati mu’uminoota iddoowwan lolaa kan qubsiiftu taatee maatii kee irraa ganamaan baatu [yaadadhu]Rabbiinis dhagayaa, beekaadha
122إِذْ هَمَّت طَّائِفَتَانِ مِنكُمْ أَن تَفْشَلَا وَاللَّهُ وَلِيُّهُمَا ۗ وَعَلَى اللَّهِ فَلْيَتَوَكَّلِ الْمُؤْمِنُونَ
Yeroo gareen lamaan isin irraa taan odoo Rabbiin gargaaraa isaan lamaanii ta’uu lunnoomuu yaadan [yaadadhaa]Mu’uminoonnis Rabbirratti qofa haa irkatanu
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
120Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 120

Suuratu Aal-Imran Aayah 120 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo toltuun wahii isin tuqe, isaan gaddisiisaYoo hamtuun isin tuqe…

Suuratu Aayah 120/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 118–122. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers