Aal-Imran · 40/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Aal-Imran
قَالَ رَبِّ أَنَّىٰ يَكُونُ لِي غُلَامٌ وَقَدْ بَلَغَنِيَ الْكِبَرُ وَامْرَأَتِي عَاقِرٌ ۖ قَالَ كَذَٰلِكَ اللَّهُ يَفْعَلُ مَا يَشَاءُ ۝٤٠
Qaala Rabbi annaa yakoonu lee ghulaamunw wa qad balaghaniyal kibaru wamraatee `aaqirun qaala kazaalikal laahu yaf`alu maa yashaaa
📖 Afaan Oromoon
[Innis] “yaa Gooftaa kiyya! Sila ani odoo dhugaatti dullumni na qabee jiruufi niitiin kiyyas maseena taatee jirtuu akkamittin ilma argadha?" jedhe[Rabbiinis] “Akka kanatti Rabbiin waan fedhe hojjata” jedheen

🎧 Caqasi


📜 Aayah 38-42 — Suuratu Aal-Imran

38هُنَالِكَ دَعَا زَكَرِيَّا رَبَّهُ ۖ قَالَ رَبِّ هَبْ لِي مِن لَّدُنكَ ذُرِّيَّةً طَيِّبَةً ۖ إِنَّكَ سَمِيعُ الدُّعَاءِ
Bakka sanatti Zakariyyaan “Gooftaa kiyya! Ati Suma biraa ilmaan gaarii naaf kenniDhugumatti Ati dhagayaa kadhaati" jedhe
39فَنَادَتْهُ الْمَلَائِكَةُ وَهُوَ قَائِمٌ يُصَلِّي فِي الْمِحْرَابِ أَنَّ اللَّهَ يُبَشِّرُكَ بِيَحْيَىٰ مُصَدِّقًا بِكَلِمَةٍ مِّنَ اللَّهِ وَسَيِّدًا وَحَصُورًا وَنَبِيًّا مِّنَ الصَّالِحِينَ
Malaa’ikoonnis isaa mihraaba keessa sagadaaf dhaabbataa jiruu “Dhugumatti Rabbiin Yahyaa, dhugoomsaa jecha Rabbi irraa tae, caalaa, qunnamtii saalaa irraa eegamaafi nabiyyii gaggaarii irraa ta’een si gammachiisa" [jettee] isatti lallabde
40قَالَ رَبِّ أَنَّىٰ يَكُونُ لِي غُلَامٌ وَقَدْ بَلَغَنِيَ الْكِبَرُ وَامْرَأَتِي عَاقِرٌ ۖ قَالَ كَذَٰلِكَ اللَّهُ يَفْعَلُ مَا يَشَاءُ
[Innis] “yaa Gooftaa kiyya! Sila ani odoo dhugaatti dullumni na qabee jiruufi niitiin kiyyas maseena taatee jirtuu akkamittin ilma argadha?" jedhe[Rabbiinis] “Akka kanatti Rabbiin waan fedhe hojjata” jedheen
41قَالَ رَبِّ اجْعَل لِّي آيَةً ۖ قَالَ آيَتُكَ أَلَّا تُكَلِّمَ النَّاسَ ثَلَاثَةَ أَيَّامٍ إِلَّا رَمْزًا ۗ وَاذْكُر رَّبَّكَ كَثِيرًا وَسَبِّحْ بِالْعَشِيِّ وَالْإِبْكَارِ
[Innis] “yaa Gooftaa kiyya! mallattoo naaf taasisi” jedhe(Rabbiinis) “Guyyoota sadii mallattoon malee namootatti dubbachuu dhabuu keeti.[] Gooftaa keetis baay’inaan faarsiGalgalaafi ganamas Isa qulqulleessi” jedheen
42وَإِذْ قَالَتِ الْمَلَائِكَةُ يَا مَرْيَمُ إِنَّ اللَّهَ اصْطَفَاكِ وَطَهَّرَكِ وَاصْطَفَاكِ عَلَىٰ نِسَاءِ الْعَالَمِينَ
Yeroo Malaa’ikoonni “Yaa Maryam! Dhugumatti Rabbiin si filateeraSi qulqulleesseerasDubartoota aalama hundaa irras si filateera” jedhan [yaadadhu]
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
40Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 40

Suuratu Aal-Imran Aayah 40 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Innis] “yaa Gooftaa kiyya! Sila ani odoo dhugaatti dullumni na…

Suuratu Aayah 40/200 — Suuratu Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Aal-Imran Caqasi, Suuratu Aal-Imran Hiikkaa, Suuratu Aal-Imran mp3, Suuratu Aal-Imran pdf. Aayah 38–42. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers