Ar-Rum · 32/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rum
مِنَ الَّذِينَ فَرَّقُوا دِينَهُمْ وَكَانُوا شِيَعًا ۖ كُلُّ حِزْبٍ بِمَا لَدَيْهِمْ فَرِحُونَ ۝٣٢
Minal lazeena farraqoo deenahum wa kaanoo shiya`an kullu hizbim bimaa ladaihim farihoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan amantii isaanii gargar qoqqoodaniifi garee garee ta’an irraas (hin ta’inaa)Gareen hunduu waan isaan bira jirutti gammadu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Ar-Rum

30فَأَقِمْ وَجْهَكَ لِلدِّينِ حَنِيفًا ۚ فِطْرَتَ اللَّهِ الَّتِي فَطَرَ النَّاسَ عَلَيْهَا ۚ لَا تَبْدِيلَ لِخَلْقِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكَ الدِّينُ الْقَيِّمُ وَلَٰكِنَّ أَكْثَرَ النَّاسِ لَا يَعْلَمُونَ
(Yaa Muhammad!) karaa haqaatti dabuun fuula kee diiniif sirreessiUumaa Rabbii ishee inni irratti nama uumes (qabadhaa)Uumaa Rabbii jijjiiruun hin jiruSantu amantii qajeelaadhaGaruu irra hedduun namootaa hin beekanu
31۞ مُنِيبِينَ إِلَيْهِ وَاتَّقُوهُ وَأَقِيمُوا الصَّلَاةَ وَلَا تَكُونُوا مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Gara Isaatti deebi’oo ta’uun (diinii Isaa qabadhaa); Isa sodaadhaaSalaatas (haqaan) sagadaaMushrikoota irraa hin ta’inaa
32مِنَ الَّذِينَ فَرَّقُوا دِينَهُمْ وَكَانُوا شِيَعًا ۖ كُلُّ حِزْبٍ بِمَا لَدَيْهِمْ فَرِحُونَ
Isaan amantii isaanii gargar qoqqoodaniifi garee garee ta’an irraas (hin ta’inaa)Gareen hunduu waan isaan bira jirutti gammadu
33وَإِذَا مَسَّ النَّاسَ ضُرٌّ دَعَوْا رَبَّهُم مُّنِيبِينَ إِلَيْهِ ثُمَّ إِذَا أَذَاقَهُم مِّنْهُ رَحْمَةً إِذَا فَرِيقٌ مِّنْهُم بِرَبِّهِمْ يُشْرِكُونَ
Namoonni yeroo rakkoon isaan tuqu gara Isaatti tawbaa deebi’uun Gooftaa isaanii kadhatuSana booda yeroo inni rahmata Isa biraa ta’e isaan dhandhamsiise immoo, yeroma san gareen isaan irraa ta’e Rabbii isaaniitti (wanta biraa) qindeessu
34لِيَكْفُرُوا بِمَا آتَيْنَاهُمْ ۚ فَتَمَتَّعُوا فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ
Waan isaaniif kenninetti kafaruuf (kana godhu)(Dhugaa) fuuladuratti ni beektuu (addunyaa irratti) qanani’aa
Ar-RumTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Ar-Rum 32

Suuratu Ar-Rum Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan amantii isaanii gargar qoqqoodaniifi garee garee ta’an irraas (hin…

Suuratu Aayah 32/60 — Suuratu Ar-Rum الروم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rum Caqasi, Suuratu Ar-Rum Hiikkaa, Suuratu Ar-Rum mp3, Suuratu Ar-Rum pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers