Yasin · 61/83
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yasin
وَأَنِ اعْبُدُونِي ۚ هَٰذَا صِرَاطٌ مُّسْتَقِيمٌ ۝٦١
Wa ani`budoonee; haazaa Siraatum Mustaqeem
📖 Afaan Oromoon
“Ana gabbaraa; kanatu karaa qajeelaadha” (isiniin hin jennee)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 59-63 — Suuratu Yasin

59وَامْتَازُوا الْيَوْمَ أَيُّهَا الْمُجْرِمُونَ
“Isin yaa yakkamtootaa! Har’a (Mu’uminootaan) adda ba’aa” (isaaniin jedhama)
60۞ أَلَمْ أَعْهَدْ إِلَيْكُمْ يَا بَنِي آدَمَ أَن لَّا تَعْبُدُوا الشَّيْطَانَ ۖ إِنَّهُ لَكُمْ عَدُوٌّ مُّبِينٌ
“Yaa ilmaan Aadam! Sheyxaana hin gabbarinaa; inni isiniif diina ifa ba’aadha” jechuun waadaa gara keessanitti hin dabarsinee
61وَأَنِ اعْبُدُونِي ۚ هَٰذَا صِرَاطٌ مُّسْتَقِيمٌ
“Ana gabbaraa; kanatu karaa qajeelaadha” (isiniin hin jennee)
62وَلَقَدْ أَضَلَّ مِنكُمْ جِبِلًّا كَثِيرًا ۖ أَفَلَمْ تَكُونُوا تَعْقِلُونَ
Dhugumatti (sheyxaanni) isin irraa uumama baay’ee jalliseeraSila isin sammuu hin qabdanuu
63هَٰذِهِ جَهَنَّمُ الَّتِي كُنتُمْ تُوعَدُونَ
“Isheen kun jahannama ishee waadaa isiniif galamaa turteedha
YasinTarreeffama Qur'ana
83Aayah
MeccanRevelation
61Aayah

Hiikkaa — Yasin 61

Suuratu Yasin Aayah 61 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ana gabbaraa; kanatu karaa qajeelaadha” (isiniin hin jennee)

Suuratu Aayah 61/83 — Suuratu Yasin يس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yasin Caqasi, Suuratu Yasin Hiikkaa, Suuratu Yasin mp3, Suuratu Yasin pdf. Aayah 59–63. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers