As-Saffat · 11/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَاسْتَفْتِهِمْ أَهُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَم مَّنْ خَلَقْنَا ۚ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّن طِينٍ لَّازِبٍ ۝١١
Fastaftihim ahum ashaddu khalqan am man khalaqnaa; innaa khalaqnaahum min teenil laazib
📖 Afaan Oromoon
Mee Isaan gaafadhuUumuu keessatti kan irra cimu isaani moo warra uumne kan biraati? Nuti dhoqqee walitti qabattuu irraa isaan uumne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu As-Saffat

9دُحُورًا ۖ وَلَهُمْ عَذَابٌ وَاصِبٌ
Ari’amuuf jecha (darbatamu)Isaaniif adabbii addaan hin cinnetu jira
10إِلَّا مَنْ خَطِفَ الْخَطْفَةَ فَأَتْبَعَهُ شِهَابٌ ثَاقِبٌ
Warra (wahyii) butiinsa butee, qaanqeen uraa ta’e isa hordofe malee
11فَاسْتَفْتِهِمْ أَهُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَم مَّنْ خَلَقْنَا ۚ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّن طِينٍ لَّازِبٍ
Mee Isaan gaafadhuUumuu keessatti kan irra cimu isaani moo warra uumne kan biraati? Nuti dhoqqee walitti qabattuu irraa isaan uumne
12بَلْ عَجِبْتَ وَيَسْخَرُونَ
Dhugumatti, (diduu isaanii) dinqisiifattee jirta; isaan immoo ni qoosu
13وَإِذَا ذُكِّرُوا لَا يَذْكُرُونَ
Yeroo gorfamanis hin gorfamanu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 11

Suuratu As-Saffat Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mee Isaan gaafadhuUumuu keessatti kan irra cimu isaani moo warra…

Suuratu Aayah 11/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers