As-Saffat · 135/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ ۝١٣٥
Illaa `ajoozan fil ghaabireen
📖 Afaan Oromoon
Jaartii (niitii isaa) kan warra (adabbiif) hafan keessa taate malee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 133-137 — As-Saffat

133وَإِنَّ لُوطًا لَّمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Luuxiis dhugumatti ergamtoota irraayi
134إِذْ نَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ
Yeroo isaafi maatii isaa hunda (adaba jalaa) baraarsine [yaadadhu]
135إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ
Jaartii (niitii isaa) kan warra (adabbiif) hafan keessa taate malee
136ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ
Sana booda kan biraa hunda ni balleessine
137وَإِنَّكُمْ لَتَمُرُّونَ عَلَيْهِم مُّصْبِحِينَ
Isin ganamfatoo taatanii isaan irra dabartu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
135Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 135

Suuratu As-Saffat Aayah 135 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jaartii (niitii isaa) kan warra (adabbiif) hafan keessa taate malee

Suuratu Aayah 135/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 133–137. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers