As-Saffat · 139/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
وَإِنَّ يُونُسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ ۝١٣٩
Wa inna Yoonusa laminal mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, (nabi) Yuunusis ergamtoota irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 137-141 — As-Saffat

137وَإِنَّكُمْ لَتَمُرُّونَ عَلَيْهِم مُّصْبِحِينَ
Isin ganamfatoo taatanii isaan irra dabartu
138وَبِاللَّيْلِ ۗ أَفَلَا تَعْقِلُونَ
Halkanis (irra qaxxaamurtu); sila sammuu hin qabdanii
139وَإِنَّ يُونُسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, (nabi) Yuunusis ergamtoota irraayi
140إِذْ أَبَقَ إِلَى الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ
Yeroo gara doonii (fe’isaan) guutamee sokke [yaadadhu]
141فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ الْمُدْحَضِينَ
(Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
139Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 139

Suuratu As-Saffat Aayah 139 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, (nabi) Yuunusis ergamtoota irraayi

Suuratu Aayah 139/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 137–141. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers