As-Saffat · 143/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَلَوْلَا أَنَّهُ كَانَ مِنَ الْمُسَبِّحِينَ ۝١٤٣
Falaw laaa annahoo kaana minal musabbiheen
📖 Afaan Oromoon
Odoo inni warra Rabbiin qulqulleessan irraa ta’uu baatee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 141-145 — Suuratu As-Saffat

141فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ الْمُدْحَضِينَ
(Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e
142فَالْتَقَمَهُ الْحُوتُ وَهُوَ مُلِيمٌ
Haala komatamaa ta’een qurxummiin isa liqimse
143فَلَوْلَا أَنَّهُ كَانَ مِنَ الْمُسَبِّحِينَ
Odoo inni warra Rabbiin qulqulleessan irraa ta’uu baatee
144لَلَبِثَ فِي بَطْنِهِ إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
Silaa hanga guyyaa kaafamaniitti garaa isaa (qurxumichaa) keessa jiraata ture
145۞ فَنَبَذْنَاهُ بِالْعَرَاءِ وَهُوَ سَقِيمٌ
Isaa dhukkubsataa lafa dirreetti isa darbine
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
143Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 143

Suuratu As-Saffat Aayah 143 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo inni warra Rabbiin qulqulleessan irraa ta’uu baatee

Suuratu Aayah 143/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 141–145. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers