As-Saffat · 142/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَالْتَقَمَهُ الْحُوتُ وَهُوَ مُلِيمٌ ۝١٤٢
Faltaqamahul hootu wa huwa muleem
📖 Afaan Oromoon
Haala komatamaa ta’een qurxummiin isa liqimse

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 140-144 — Suuratu As-Saffat

140إِذْ أَبَقَ إِلَى الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ
Yeroo gara doonii (fe’isaan) guutamee sokke [yaadadhu]
141فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ الْمُدْحَضِينَ
(Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e
142فَالْتَقَمَهُ الْحُوتُ وَهُوَ مُلِيمٌ
Haala komatamaa ta’een qurxummiin isa liqimse
143فَلَوْلَا أَنَّهُ كَانَ مِنَ الْمُسَبِّحِينَ
Odoo inni warra Rabbiin qulqulleessan irraa ta’uu baatee
144لَلَبِثَ فِي بَطْنِهِ إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
Silaa hanga guyyaa kaafamaniitti garaa isaa (qurxumichaa) keessa jiraata ture
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
142Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 142

Suuratu As-Saffat Aayah 142 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haala komatamaa ta’een qurxummiin isa liqimse

Suuratu Aayah 142/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 140–144. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers