As-Saffat · 179/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَأَبْصِرْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ ۝١٧٩
Wa absir fasawfa yubsiroon
📖 Afaan Oromoon
Itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 177-181 — Suuratu As-Saffat

177فَإِذَا نَزَلَ بِسَاحَتِهِمْ فَسَاءَ صَبَاحُ الْمُنذَرِينَ
Yeroo (adabbiin) qe’ee isaaniitti bu’e, bariisaan warra dinniinamanii fokkateera
178وَتَوَلَّ عَنْهُمْ حَتَّىٰ حِينٍ
(Yaa Muhammad!) hanga yeroo murtaa’eetti isaan irraa garagali
179وَأَبْصِرْ فَسَوْفَ يُبْصِرُونَ
Itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu
180سُبْحَانَ رَبِّكَ رَبِّ الْعِزَّةِ عَمَّا يَصِفُونَ
Goftaan kee, Gooftaan injifannaa, waan isaan jedhaniin irraa qulqullaa’e
181وَسَلَامٌ عَلَى الْمُرْسَلِينَ
Nageenyis ergamtoota irra haa jiraatu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
179Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 179

Suuratu As-Saffat Aayah 179 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Itti eegi, fuula dura (waan isaaniif qophaa’e) ni argu

Suuratu Aayah 179/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 177–181. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers