As-Saffat · 31/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
فَحَقَّ عَلَيْنَا قَوْلُ رَبِّنَا ۖ إِنَّا لَذَائِقُونَ ۝٣١
Fahaqqa `alainaa qawlu Rabbinaaa innaa lazaaa`iqoon
📖 Afaan Oromoon
Jechi Rabbii keenyaa nurratti mirkanaa’eera; dhugumatti nuti (adabbii) dhandhamoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 29-33 — As-Saffat

29قَالُوا بَل لَّمْ تَكُونُوا مُؤْمِنِينَ
Ni jedhuun: “isinumatu mu’uminoota hin ta’ini
30وَمَا كَانَ لَنَا عَلَيْكُم مِّن سُلْطَانٍ ۖ بَلْ كُنتُمْ قَوْمًا طَاغِينَ
Nuti isin irratti aangoo hin qabnu turreGaruu isinumatu ummata daangaa dabroo taatan.”
31فَحَقَّ عَلَيْنَا قَوْلُ رَبِّنَا ۖ إِنَّا لَذَائِقُونَ
Jechi Rabbii keenyaa nurratti mirkanaa’eera; dhugumatti nuti (adabbii) dhandhamoodha
32فَأَغْوَيْنَاكُمْ إِنَّا كُنَّا غَاوِينَ
Ofii keenyaa jallanneeti isin jallifne” [jedhu]
33فَإِنَّهُمْ يَوْمَئِذٍ فِي الْعَذَابِ مُشْتَرِكُونَ
Isaan guyyaa san adabbii keessatti waliin hirmaatoodha
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 31

Suuratu As-Saffat Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jechi Rabbii keenyaa nurratti mirkanaa’eera; dhugumatti nuti (adabbii) dhandhamoodha

Suuratu Aayah 31/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers