As-Saffat · 32/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
فَأَغْوَيْنَاكُمْ إِنَّا كُنَّا غَاوِينَ ۝٣٢
Fa aghwainaakum innaa kunnaa ghaaween
📖 Afaan Oromoon
Ofii keenyaa jallanneeti isin jallifne” [jedhu]
🎧 Caqasi

📜 Aayah 30-34 — As-Saffat

30وَمَا كَانَ لَنَا عَلَيْكُم مِّن سُلْطَانٍ ۖ بَلْ كُنتُمْ قَوْمًا طَاغِينَ
Nuti isin irratti aangoo hin qabnu turreGaruu isinumatu ummata daangaa dabroo taatan.”
31فَحَقَّ عَلَيْنَا قَوْلُ رَبِّنَا ۖ إِنَّا لَذَائِقُونَ
Jechi Rabbii keenyaa nurratti mirkanaa’eera; dhugumatti nuti (adabbii) dhandhamoodha
32فَأَغْوَيْنَاكُمْ إِنَّا كُنَّا غَاوِينَ
Ofii keenyaa jallanneeti isin jallifne” [jedhu]
33فَإِنَّهُمْ يَوْمَئِذٍ فِي الْعَذَابِ مُشْتَرِكُونَ
Isaan guyyaa san adabbii keessatti waliin hirmaatoodha
34إِنَّا كَذَٰلِكَ نَفْعَلُ بِالْمُجْرِمِينَ
Nuti warra badii hojjatan irratti akka kana dalagna
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 32

Suuratu As-Saffat Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ofii keenyaa jallanneeti isin jallifne” [jedhu]

Suuratu Aayah 32/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers