As-Saffat · 86/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أَئِفْكًا آلِهَةً دُونَ اللَّهِ تُرِيدُونَ ۝٨٦
A`ifkan aalihatan doonal laahi tureedoon
📖 Afaan Oromoon
“Sila kijibaani, gooftoota Allaahn ala jiran godhachuu feetanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 84-88 — Suuratu As-Saffat

84إِذْ جَاءَ رَبَّهُ بِقَلْبٍ سَلِيمٍ
Yeroo Rabbii isaa bira onnee qulqulluun dhufe (dubbadhu)
85إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَاذَا تَعْبُدُونَ
Yeroo abbaa isaatiifi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe
86أَئِفْكًا آلِهَةً دُونَ اللَّهِ تُرِيدُونَ
“Sila kijibaani, gooftoota Allaahn ala jiran godhachuu feetanii
87فَمَا ظَنُّكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Rabbii aalama hundaa irratti yaanni keessan maali?”
88فَنَظَرَ نَظْرَةً فِي النُّجُومِ
Achumaan urjiiwwan keessa ilaalcha tokko ilaale
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
86Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 86

Suuratu As-Saffat Aayah 86 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Sila kijibaani, gooftoota Allaahn ala jiran godhachuu feetanii

Suuratu Aayah 86/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 84–88. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers