As-Saffat · 100/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
رَبِّ هَبْ لِي مِنَ الصَّالِحِينَ ۝١٠٠
Rabbi hab lee minas saaliheen
📖 Afaan Oromoon
(Yaa) Rabbii (kiyya)! (Ilmaan) gaggaarii naaf kenni.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 98-102 — Suuratu As-Saffat

98فَأَرَادُوا بِهِ كَيْدًا فَجَعَلْنَاهُمُ الْأَسْفَلِينَ
Isaan tooftaa isatti baasuu fedhanii Nuti immoo warra jalaa (moo’amoo) isaan taasifne
99وَقَالَ إِنِّي ذَاهِبٌ إِلَىٰ رَبِّي سَيَهْدِينِ
Innis ni jedhe: “Ani gara Rabbii kiyyaa deemaadha; Inni na qajeelcha
100رَبِّ هَبْ لِي مِنَ الصَّالِحِينَ
(Yaa) Rabbii (kiyya)! (Ilmaan) gaggaarii naaf kenni.”
101فَبَشَّرْنَاهُ بِغُلَامٍ حَلِيمٍ
Ilma obsaadhaan isa gammachiifne
102فَلَمَّا بَلَغَ مَعَهُ السَّعْيَ قَالَ يَا بُنَيَّ إِنِّي أَرَىٰ فِي الْمَنَامِ أَنِّي أَذْبَحُكَ فَانظُرْ مَاذَا تَرَىٰ ۚ قَالَ يَا أَبَتِ افْعَلْ مَا تُؤْمَرُ ۖ سَتَجِدُنِي إِن شَاءَ اللَّهُ مِنَ الصَّابِرِينَ
Yeroma isa waliin deemuu irra ga’u ni jedhe: “yaa ilma kiyya! Ani abjuu keessatti kan si gorra’un argeWaan siif mul’atu ilaali.” (Ilmis) ni jedhe: “Yaa abbaa kiyya! Waan ajajamte dalagiYoo Rabbiin fedhe obsitoota irraa ta’uu na argita.”
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
100Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 100

Suuratu As-Saffat Aayah 100 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa) Rabbii (kiyya)! (Ilmaan) gaggaarii naaf kenni.”

Suuratu Aayah 100/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 98–102. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers