Sad · 78/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Sad
وَإِنَّ عَلَيْكَ لَعْنَتِي إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ ۝٧٨
Wa inna `alaika la`nateee ilaa Yawmid Deen
📖 Afaan Oromoon
Hanga guyyaa murtiitti abaarsi kiyya sirra haa jiraatu.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 76-80 — Sad

76قَالَ أَنَا خَيْرٌ مِّنْهُ ۖ خَلَقْتَنِي مِن نَّارٍ وَخَلَقْتَهُ مِن طِينٍ
(Ibliisis) ni jedhe: “Anatu isarra caala; ana ibidda irraa na uumte, isa immoo suphee (horofa) irraa isa uumte.”
77قَالَ فَاخْرُجْ مِنْهَا فَإِنَّكَ رَجِيمٌ
(Rabbiin) ni jedhe: “ishee irraa ba’i; ati dhugumaan (rahmata irraa) fageeffamaadha
78وَإِنَّ عَلَيْكَ لَعْنَتِي إِلَىٰ يَوْمِ الدِّينِ
Hanga guyyaa murtiitti abaarsi kiyya sirra haa jiraatu.”
79قَالَ رَبِّ فَأَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
(Ibliisis) ni jedhe: “hanga guyyaa (du’a irraa) kaafamaniitti na tursiisi.”
80قَالَ فَإِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiinis) “dhugumatti, ati warra tursiifaman irraayi” jedheen
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
78Aayah

Hiikkaa — Sad 78

Suuratu Sad Aayah 78 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hanga guyyaa murtiitti abaarsi kiyya sirra haa jiraatu.”

Suuratu Aayah 78/88 — Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Sad Caqasi, Sad Hiikkaa, Sad mp3, Sad pdf. Aayah 76–80. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers