Al-Maidah · 102/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Maidah
قَدْ سَأَلَهَا قَوْمٌ مِّن قَبْلِكُمْ ثُمَّ أَصْبَحُوا بِهَا كَافِرِينَ ۝١٠٢
Qad sa alahaa qawmum min qablikum summa asbahoo bihaa kaafireen
📖 Afaan Oromoon
Ummanni isiniin duraa dhugumatti ishee gaafatanii, ergasii sababaa isheetiin kafaranii jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 100-104 — Suuratu Al-Maidah

100قُل لَّا يَسْتَوِي الْخَبِيثُ وَالطَّيِّبُ وَلَوْ أَعْجَبَكَ كَثْرَةُ الْخَبِيثِ ۚ فَاتَّقُوا اللَّهَ يَا أُولِي الْأَلْبَابِ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Jedhi: "Odoma baay’inni wantoota fokkataa si dinqisiiseeyyuu fokkataaniifi gaariin wal hin qixxaatanu." Yaa warra sammuu qabdan akka milkooftaniif jecha Rabbiin sodaadhaa
101يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَسْأَلُوا عَنْ أَشْيَاءَ إِن تُبْدَ لَكُمْ تَسُؤْكُمْ وَإِن تَسْأَلُوا عَنْهَا حِينَ يُنَزَّلُ الْقُرْآنُ تُبْدَ لَكُمْ عَفَا اللَّهُ عَنْهَا ۗ وَاللَّهُ غَفُورٌ حَلِيمٌ
Yaa warra amantan! waan yoo ifa isiniif taasifamte isin rakkiftu irraa hin gaafatinaaYoo yeroo Qur’aanni bu’u ishee irraa gaafattan, ifa isiniif taasifamtiRabbiin ishee irra dabreeraRabbiin araaramaa, obsaadha
102قَدْ سَأَلَهَا قَوْمٌ مِّن قَبْلِكُمْ ثُمَّ أَصْبَحُوا بِهَا كَافِرِينَ
Ummanni isiniin duraa dhugumatti ishee gaafatanii, ergasii sababaa isheetiin kafaranii jiru
103مَا جَعَلَ اللَّهُ مِن بَحِيرَةٍ وَلَا سَائِبَةٍ وَلَا وَصِيلَةٍ وَلَا حَامٍ ۙ وَلَٰكِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا يَفْتَرُونَ عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ ۖ وَأَكْثَرُهُمْ لَا يَعْقِلُونَ
Rabbiin "Bahiiraah", "Saa’ibaa", "Wasiilaa"fi "Haam"[] karaa hin gooneGaruu warri kafaran Rabbirratti soba uumuIrra hedduun isaaniis hin xiixalanu
104وَإِذَا قِيلَ لَهُمْ تَعَالَوْا إِلَىٰ مَا أَنزَلَ اللَّهُ وَإِلَى الرَّسُولِ قَالُوا حَسْبُنَا مَا وَجَدْنَا عَلَيْهِ آبَاءَنَا ۚ أَوَلَوْ كَانَ آبَاؤُهُمْ لَا يَعْلَمُونَ شَيْئًا وَلَا يَهْتَدُونَ
Yeroo "gara waan Rabbiin buuseefi gara ergamichaa kottaa" isaaniin jedhame "wanti nuti abbootii keenya irratti argine nuuf ga’aadha" jedhuSila odoo abbootiin isaanii homaa kan hin beekneefi karaa hin qajeelle ta’aniis (isaanuma hordofuu)
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
102Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 102

Suuratu Al-Maidah Aayah 102 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ummanni isiniin duraa dhugumatti ishee gaafatanii, ergasii sababaa isheetiin kafaranii…

Suuratu Aayah 102/120 — Suuratu Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Maidah Caqasi, Suuratu Al-Maidah Hiikkaa, Suuratu Al-Maidah mp3, Suuratu Al-Maidah pdf. Aayah 100–104. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers