Al-Maidah · 103/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Maidah
مَا جَعَلَ اللَّهُ مِن بَحِيرَةٍ وَلَا سَائِبَةٍ وَلَا وَصِيلَةٍ وَلَا حَامٍ ۙ وَلَٰكِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا يَفْتَرُونَ عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ ۖ وَأَكْثَرُهُمْ لَا يَعْقِلُونَ ۝١٠٣
Maa ja`alal laahu mim baheeratinw wa laa saaa`ibatinw wa laa waseelatinw wa laa haaminw wa laakinnal lazeena kafaroo yaftaroona `alallaahil kazib; wa aksaruhum laa ya`qiloon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin "Bahiiraah", "Saa’ibaa", "Wasiilaa"fi "Haam"[] karaa hin gooneGaruu warri kafaran Rabbirratti soba uumuIrra hedduun isaaniis hin xiixalanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 101-105 — Suuratu Al-Maidah

101يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَسْأَلُوا عَنْ أَشْيَاءَ إِن تُبْدَ لَكُمْ تَسُؤْكُمْ وَإِن تَسْأَلُوا عَنْهَا حِينَ يُنَزَّلُ الْقُرْآنُ تُبْدَ لَكُمْ عَفَا اللَّهُ عَنْهَا ۗ وَاللَّهُ غَفُورٌ حَلِيمٌ
Yaa warra amantan! waan yoo ifa isiniif taasifamte isin rakkiftu irraa hin gaafatinaaYoo yeroo Qur’aanni bu’u ishee irraa gaafattan, ifa isiniif taasifamtiRabbiin ishee irra dabreeraRabbiin araaramaa, obsaadha
102قَدْ سَأَلَهَا قَوْمٌ مِّن قَبْلِكُمْ ثُمَّ أَصْبَحُوا بِهَا كَافِرِينَ
Ummanni isiniin duraa dhugumatti ishee gaafatanii, ergasii sababaa isheetiin kafaranii jiru
103مَا جَعَلَ اللَّهُ مِن بَحِيرَةٍ وَلَا سَائِبَةٍ وَلَا وَصِيلَةٍ وَلَا حَامٍ ۙ وَلَٰكِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا يَفْتَرُونَ عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ ۖ وَأَكْثَرُهُمْ لَا يَعْقِلُونَ
Rabbiin "Bahiiraah", "Saa’ibaa", "Wasiilaa"fi "Haam"[] karaa hin gooneGaruu warri kafaran Rabbirratti soba uumuIrra hedduun isaaniis hin xiixalanu
104وَإِذَا قِيلَ لَهُمْ تَعَالَوْا إِلَىٰ مَا أَنزَلَ اللَّهُ وَإِلَى الرَّسُولِ قَالُوا حَسْبُنَا مَا وَجَدْنَا عَلَيْهِ آبَاءَنَا ۚ أَوَلَوْ كَانَ آبَاؤُهُمْ لَا يَعْلَمُونَ شَيْئًا وَلَا يَهْتَدُونَ
Yeroo "gara waan Rabbiin buuseefi gara ergamichaa kottaa" isaaniin jedhame "wanti nuti abbootii keenya irratti argine nuuf ga’aadha" jedhuSila odoo abbootiin isaanii homaa kan hin beekneefi karaa hin qajeelle ta’aniis (isaanuma hordofuu)
105يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا عَلَيْكُمْ أَنفُسَكُمْ ۖ لَا يَضُرُّكُم مَّن ضَلَّ إِذَا اهْتَدَيْتُمْ ۚ إِلَى اللَّهِ مَرْجِعُكُمْ جَمِيعًا فَيُنَبِّئُكُم بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Yaa warra amantan! Lubbuu keessan qabaaYeroo isin qajeeltan namni jal’ate isin hin miidhuDeebiin keessan hundaatuu gara RabbiitiWaan isin dalagaa turtan hundaa isinitti hima
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
103Aayah

Hiikkaa — Al-Maidah 103

Suuratu Al-Maidah Aayah 103 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin "Bahiiraah", "Saa’ibaa", "Wasiilaa"fi "Haam"[] karaa hin gooneGaruu warri kafaran…

Suuratu Aayah 103/120 — Suuratu Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Maidah Caqasi, Suuratu Al-Maidah Hiikkaa, Suuratu Al-Maidah mp3, Suuratu Al-Maidah pdf. Aayah 101–105. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers