Al-Maidah · 98/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Maidah
اعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ شَدِيدُ الْعِقَابِ وَأَنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ ٩٨
Transliteration
I`lamooo annal laaha shadeedul `iqaabi wa annal laaha Ghafoorur Raheem
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Beekaa! Dhugumatti Rabbiin (abbaa) adabbii cimaatiDhugumatti Rabbiinis araaramaa, rahmata godhaadha
🎧 Caqasi
📜 Aayah 96-100 — Al-Maidah
96أُحِلَّ لَكُمْ صَيْدُ الْبَحْرِ وَطَعَامُهُ مَتَاعًا لَّكُمْ وَلِلسَّيَّارَةِ ۖ وَحُرِّمَ عَلَيْكُمْ صَيْدُ الْبَرِّ مَا دُمْتُمْ حُرُمًا ۗ وَاتَّقُوا اللَّهَ الَّذِي إِلَيْهِ تُحْشَرُونَ
Adamoon galaanaafi nyaanni isaa itti fayyadama keessaniifi daldaltootaatiif jecha isiniif eeyyamameeraWaan hidhannaa Hajjii keessa jirtanuun adamoon lafa irraa isin irratti haraama godhameRabbii isa gara Isaatti oofamtanu sodaadhaa
97۞ جَعَلَ اللَّهُ الْكَعْبَةَ الْبَيْتَ الْحَرَامَ قِيَامًا لِّلنَّاسِ وَالشَّهْرَ الْحَرَامَ وَالْهَدْيَ وَالْقَلَائِدَ ۚ ذَٰلِكَ لِتَعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ وَأَنَّ اللَّهَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
Rabbiin Ka’abaa mana kabajamaa, ji’a kabajamaa, horii wareegaas, horii wareegaaf mallattoon morma irratti godhames namootaaf gadi dhaabbii (jireenya) taasiseeraKun akka Rabbiin wantoota samii keessa jiraniifi wantoota dachii keessa jiran hunda kan beekuufi ammas Rabbiin waan hunda beekaa ta’uu beektaniifi
98اعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ شَدِيدُ الْعِقَابِ وَأَنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Beekaa! Dhugumatti Rabbiin (abbaa) adabbii cimaatiDhugumatti Rabbiinis araaramaa, rahmata godhaadha
99مَّا عَلَى الرَّسُولِ إِلَّا الْبَلَاغُ ۗ وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تُبْدُونَ وَمَا تَكْتُمُونَ
Ergamicha irra dhaqqabsiisuu malee homaa hin jiruRabbiinis waan isin mul’iftaniifi waan isin dhoksitan ni beeka
100قُل لَّا يَسْتَوِي الْخَبِيثُ وَالطَّيِّبُ وَلَوْ أَعْجَبَكَ كَثْرَةُ الْخَبِيثِ ۚ فَاتَّقُوا اللَّهَ يَا أُولِي الْأَلْبَابِ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Jedhi: "Odoma baay’inni wantoota fokkataa si dinqisiiseeyyuu fokkataaniifi gaariin wal hin qixxaatanu." Yaa warra sammuu qabdan akka milkooftaniif jecha Rabbiin sodaadhaa
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
98Aayah
Hiikkaa — Al-Maidah 98
Suuratu Al-Maidah Aayah 98 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Beekaa! Dhugumatti Rabbiin (abbaa) adabbii cimaatiDhugumatti Rabbiinis araaramaa, rahmata godhaadhaSuuratu Aayah 98/120 — Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Maidah Caqasi, Al-Maidah Hiikkaa, Al-Maidah mp3, Al-Maidah pdf. Aayah 96–100. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








