An-Najm · 46/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
مِن نُّطْفَةٍ إِذَا تُمْنَىٰ ۝٤٦
Min nutfatin izaa tumnaa
📖 Afaan Oromoon
Bishaan hormaataa irraa (uume), yeroo buufamtu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu An-Najm

44وَأَنَّهُ هُوَ أَمَاتَ وَأَحْيَا
Inni Isumatu ajjeese; jiraachises
45وَأَنَّهُ خَلَقَ الزَّوْجَيْنِ الذَّكَرَ وَالْأُنثَىٰ
Inni cimdii lama, kormaafi dhalaa, uume
46مِن نُّطْفَةٍ إِذَا تُمْنَىٰ
Bishaan hormaataa irraa (uume), yeroo buufamtu
47وَأَنَّ عَلَيْهِ النَّشْأَةَ الْأُخْرَىٰ
Uumuun boodaas Rabbuma irra jira
48وَأَنَّهُ هُوَ أَغْنَىٰ وَأَقْنَىٰ
Inni Isa duroomseefi hiyyoomseedha
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — An-Najm 46

Suuratu An-Najm Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Bishaan hormaataa irraa (uume), yeroo buufamtu

Suuratu Aayah 46/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers