Al-Qamar · 10/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
فَدَعَا رَبَّهُ أَنِّي مَغْلُوبٌ فَانتَصِرْ ۝١٠
Fada`aa Rabbahooo annee maghloobun fantasir
📖 Afaan Oromoon
“Ani injifatamaa dhaa naaf tumsi” (jedhee) Gooftaa isaa kadhate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Qamar

8مُّهْطِعِينَ إِلَى الدَّاعِ ۖ يَقُولُ الْكَافِرُونَ هَٰذَا يَوْمٌ عَسِرٌ
Gara waamaatti ori’uKaafiroonni “Kun guyyaa (rakkisaa) cimaadha.” jedhu
9۞ كَذَّبَتْ قَبْلَهُمْ قَوْمُ نُوحٍ فَكَذَّبُوا عَبْدَنَا وَقَالُوا مَجْنُونٌ وَازْدُجِرَ
Isaaniin dura ummanni Nuuh sobsiifteeraGabricha keenya (Nuuh) sobsiisanii, “inni maraataa dha, dhorgameeras.” jedhan
10فَدَعَا رَبَّهُ أَنِّي مَغْلُوبٌ فَانتَصِرْ
“Ani injifatamaa dhaa naaf tumsi” (jedhee) Gooftaa isaa kadhate
11فَفَتَحْنَا أَبْوَابَ السَّمَاءِ بِمَاءٍ مُّنْهَمِرٍ
Bishaan dhangala’aa ta’een hulaalee samii itti banne
12وَفَجَّرْنَا الْأَرْضَ عُيُونًا فَالْتَقَى الْمَاءُ عَلَىٰ أَمْرٍ قَدْ قُدِرَ
Burqituuwwan dachii burqisiifnee bishaan (samiifi dachii) murtii dhugumaan murtaa’e irratti walitti dhufan
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 10

Suuratu Al-Qamar Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ani injifatamaa dhaa naaf tumsi” (jedhee) Gooftaa isaa kadhate

Suuratu Aayah 10/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers