Al-Qamar · 11/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
فَفَتَحْنَا أَبْوَابَ السَّمَاءِ بِمَاءٍ مُّنْهَمِرٍ ۝١١
Fafatahnaaa abwaabas sa maaa`i bimaa`im munhamir
📖 Afaan Oromoon
Bishaan dhangala’aa ta’een hulaalee samii itti banne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Qamar

9۞ كَذَّبَتْ قَبْلَهُمْ قَوْمُ نُوحٍ فَكَذَّبُوا عَبْدَنَا وَقَالُوا مَجْنُونٌ وَازْدُجِرَ
Isaaniin dura ummanni Nuuh sobsiifteeraGabricha keenya (Nuuh) sobsiisanii, “inni maraataa dha, dhorgameeras.” jedhan
10فَدَعَا رَبَّهُ أَنِّي مَغْلُوبٌ فَانتَصِرْ
“Ani injifatamaa dhaa naaf tumsi” (jedhee) Gooftaa isaa kadhate
11فَفَتَحْنَا أَبْوَابَ السَّمَاءِ بِمَاءٍ مُّنْهَمِرٍ
Bishaan dhangala’aa ta’een hulaalee samii itti banne
12وَفَجَّرْنَا الْأَرْضَ عُيُونًا فَالْتَقَى الْمَاءُ عَلَىٰ أَمْرٍ قَدْ قُدِرَ
Burqituuwwan dachii burqisiifnee bishaan (samiifi dachii) murtii dhugumaan murtaa’e irratti walitti dhufan
13وَحَمَلْنَاهُ عَلَىٰ ذَاتِ أَلْوَاحٍ وَدُسُرٍ
Doonii abbaa xawulaafi mismaaraa irratti isa baadhanne (feene)
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 11

Suuratu Al-Qamar Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Bishaan dhangala’aa ta’een hulaalee samii itti banne

Suuratu Aayah 11/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers