Al-Waqi'ah · 48/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ ٤٨
Transliteration
Awa aabaaa`unal awwaloon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
“Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan)
🎧 Caqasi
📜 Aayah 46-50 — Al-Waqi'ah
46وَكَانُوا يُصِرُّونَ عَلَى الْحِنثِ الْعَظِيمِ
Dilii guddaa itti fufu turan
47وَكَانُوا يَقُولُونَ أَئِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa turan
48أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ
“Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan)
49قُلْ إِنَّ الْأَوَّلِينَ وَالْآخِرِينَ
“(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin
50لَمَجْمُوعُونَ إِلَىٰ مِيقَاتِ يَوْمٍ مَّعْلُومٍ
Beellama guyyaa beekamaa keessatti walitti qabamuuf jiru
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
48Aayah
Hiikkaa — Al-Waqi'ah 48
Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan)Suuratu Aayah 48/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








