Al-Waqi'ah · 47/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Waqi'ah
وَكَانُوا يَقُولُونَ أَئِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ ۝٤٧
Wa kaanoo yaqooloona a`izaa mitnaa wa kunnaa turaabanw wa izaaman`ainnaa lamab`oosoon
📖 Afaan Oromoon
“Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa turan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 45-49 — Al-Waqi'ah

45إِنَّهُمْ كَانُوا قَبْلَ ذَٰلِكَ مُتْرَفِينَ
Dhugumatti, isaan sana dura qanansiifamoo turan
46وَكَانُوا يُصِرُّونَ عَلَى الْحِنثِ الْعَظِيمِ
Dilii guddaa itti fufu turan
47وَكَانُوا يَقُولُونَ أَئِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa turan
48أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ
“Abbootiin keenya kan jalqabaas moo?” (jechuu turan)
49قُلْ إِنَّ الْأَوَّلِينَ وَالْآخِرِينَ
“(Yaa Muhammad!) dhugumatti, isaan jalqabaas ta’ee isaan boodaas (ni kaafamu)” jedhiin
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 47

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Sila yeroo duunee biyyeefi lafee taane, dhugumatti nuti kaafamoodhaa?” jedhaa…

Suuratu Aayah 47/96 — Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Waqi'ah Caqasi, Al-Waqi'ah Hiikkaa, Al-Waqi'ah mp3, Al-Waqi'ah pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers