Al-An'am · 20/165
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-An'am
الَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ يَعْرِفُونَهُ كَمَا يَعْرِفُونَ أَبْنَاءَهُمُ ۘ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ فَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ ٢٠
Transliteration
Allazeena aatainaa humul Kitaaba ya`rifoonahoo kamaa ya`rifoona abnaaa`ahum; allazeena khasirooo anfusahum fahum laa yu`minoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Warri kitaaba isaaniif kennine akka ilmaan isaanii beekanitti isa beekuWarri lubbuu isaanii hoongessan, isaan hin amananu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 18-22 — Al-An'am
18وَهُوَ الْقَاهِرُ فَوْقَ عِبَادِهِ ۚ وَهُوَ الْحَكِيمُ الْخَبِيرُ
Inni gabroota Isaa irratti mo’ataadhaInni ogeessa, keessa beekaadhas
19قُلْ أَيُّ شَيْءٍ أَكْبَرُ شَهَادَةً ۖ قُلِ اللَّهُ ۖ شَهِيدٌ بَيْنِي وَبَيْنَكُمْ ۚ وَأُوحِيَ إِلَيَّ هَٰذَا الْقُرْآنُ لِأُنذِرَكُم بِهِ وَمَن بَلَغَ ۚ أَئِنَّكُمْ لَتَشْهَدُونَ أَنَّ مَعَ اللَّهِ آلِهَةً أُخْرَىٰ ۚ قُل لَّا أَشْهَدُ ۚ قُلْ إِنَّمَا هُوَ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ وَإِنَّنِي بَرِيءٌ مِّمَّا تُشْرِكُونَ
Sila ragaadhaaf waan hunda irra maaltu guddaadha?" jedhi"RabbumaGidduu kiyyaafi gidduu keessanitti ragaadhaQur’aanni kunis akkan ittiin isiniifi nama inni bira ga’u dinniinuuf gara kiyyatti beeksifameSila isin dhugumatti Rabbii wajjin gabbaramaan biraa ni jira jettanii ragaa baatuu?" jedhiin"Ani ragaa (akkasii) hin ba’u" jedhi"Dhugumatti, Inni dhugaan gabbaramaa tokkichaAnis waan isin gabbartan irraa qulqulluudha" jedhi
20الَّذِينَ آتَيْنَاهُمُ الْكِتَابَ يَعْرِفُونَهُ كَمَا يَعْرِفُونَ أَبْنَاءَهُمُ ۘ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ فَهُمْ لَا يُؤْمِنُونَ
Warri kitaaba isaaniif kennine akka ilmaan isaanii beekanitti isa beekuWarri lubbuu isaanii hoongessan, isaan hin amananu
21وَمَنْ أَظْلَمُ مِمَّنِ افْتَرَىٰ عَلَى اللَّهِ كَذِبًا أَوْ كَذَّبَ بِآيَاتِهِ ۗ إِنَّهُ لَا يُفْلِحُ الظَّالِمُونَ
Nama Rabbirratti kijiba uume yookiin keeyyattoota Isaa kijibsiise caalaa namni miidhaa hojjate eenyu? Dhugumatti, miidhaa hojjattoonni hin milkaayanu
22وَيَوْمَ نَحْشُرُهُمْ جَمِيعًا ثُمَّ نَقُولُ لِلَّذِينَ أَشْرَكُوا أَيْنَ شُرَكَاؤُكُمُ الَّذِينَ كُنتُمْ تَزْعُمُونَ
Guyyaa hunda isaanii walitti qabnee, ergasii isaan qindeessaniin "sila warri isin Rabbii wajjin gabbaramoodha jettanii mormaa turtan eessa jiru?" jennuun san [yaadadhu]
Al-An'amTarreeffama Qur'ana
165Aayah
MeccanRevelation
20Aayah
Hiikkaa — Al-An'am 20
Suuratu Al-An'am Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri kitaaba isaaniif kennine akka ilmaan isaanii beekanitti isa beekuWarri…Suuratu Aayah 20/165 — Al-An'am الأنعام (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-An'am Caqasi, Al-An'am Hiikkaa, Al-An'am mp3, Al-An'am pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








