Al-Haqqah · 13/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Haqqah
فَإِذَا نُفِخَ فِي الصُّورِ نَفْخَةٌ وَاحِدَةٌ ١٣
Transliteration
Fa izaa nufikha fis soori nafkhatunw waahidah
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Garrii ykn Faaggaa (xurumbaa) keessa afuuffaan tokkittiin afuufamte
🎧 Caqasi
📜 Aayah 11-15 — Al-Haqqah
11إِنَّا لَمَّا طَغَى الْمَاءُ حَمَلْنَاكُمْ فِي الْجَارِيَةِ
Nuti yeroo bishaan daangaa dabru doonii keessatti isin baanne
12لِنَجْعَلَهَا لَكُمْ تَذْكِرَةً وَتَعِيَهَا أُذُنٌ وَاعِيَةٌ
Akka ishee isiniif gorsa goonuufi gurri waa hubattus akka ishee hubattuuf (kana goone)
13فَإِذَا نُفِخَ فِي الصُّورِ نَفْخَةٌ وَاحِدَةٌ
Yeroo Garrii ykn Faaggaa (xurumbaa) keessa afuuffaan tokkittiin afuufamte
14وَحُمِلَتِ الْأَرْضُ وَالْجِبَالُ فَدُكَّتَا دَكَّةً وَاحِدَةً
Dacheeniifi gaarreenis ol fuudhamanii caccabiinsa tokkittii caccaban
15فَيَوْمَئِذٍ وَقَعَتِ الْوَاقِعَةُ
Guyyaa san argamtuun (Qiyaamaan) ni argamti
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
13Aayah
Hiikkaa — Al-Haqqah 13
Suuratu Al-Haqqah Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Garrii ykn Faaggaa (xurumbaa) keessa afuuffaan tokkittiin afuufamteSuuratu Aayah 13/52 — Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Haqqah Caqasi, Al-Haqqah Hiikkaa, Al-Haqqah mp3, Al-Haqqah pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








