Al-Haqqah · 28/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Haqqah
مَا أَغْنَىٰ عَنِّي مَالِيَهْ ۜ ۝٢٨
Maaa aghnaa `annee maaliyah
📖 Afaan Oromoon
Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 26-30 — Al-Haqqah

26وَلَمْ أَدْرِ مَا حِسَابِيَهْ
Qormaanni kiyya maal akka taes (odoon) beekuu hafee
27يَا لَيْتَهَا كَانَتِ الْقَاضِيَةَ
Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa
28مَا أَغْنَىٰ عَنِّي مَالِيَهْ ۜ
Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne)
29هَلَكَ عَنِّي سُلْطَانِيَهْ
Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha)
30خُذُوهُ فَغُلُّوهُ
Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa)
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 28

Suuratu Al-Haqqah Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne)

Suuratu Aayah 28/52 — Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Haqqah Caqasi, Al-Haqqah Hiikkaa, Al-Haqqah mp3, Al-Haqqah pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers