Al-Haqqah · 27/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
يَا لَيْتَهَا كَانَتِ الْقَاضِيَةَ ۝٢٧
Yaa laitahaa kaanatil qaadiyah
📖 Afaan Oromoon
Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu Al-Haqqah

25وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِشِمَالِهِ فَيَقُولُ يَا لَيْتَنِي لَمْ أُوتَ كِتَابِيَهْ
Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu hafee
26وَلَمْ أَدْرِ مَا حِسَابِيَهْ
Qormaanni kiyya maal akka taes (odoon) beekuu hafee
27يَا لَيْتَهَا كَانَتِ الْقَاضِيَةَ
Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa
28مَا أَغْنَىٰ عَنِّي مَالِيَهْ ۜ
Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne)
29هَلَكَ عَنِّي سُلْطَانِيَهْ
Taaytaan kiyyas narraa bade” (jedha)
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 27

Suuratu Al-Haqqah Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa

Suuratu Aayah 27/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers