Al-A'raf · 17/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
ثُمَّ لَآتِيَنَّهُم مِّن بَيْنِ أَيْدِيهِمْ وَمِنْ خَلْفِهِمْ وَعَنْ أَيْمَانِهِمْ وَعَن شَمَائِلِهِمْ ۖ وَلَا تَجِدُ أَكْثَرَهُمْ شَاكِرِينَ ۝١٧
Summa la aatiyannahum mim baine aideehim wa min khalfihim wa `an aimaanihim wa `an shamaaa`ilihim wa laa tajidu aksarahum shaakireen
📖 Afaan Oromoon
Ergasii fuuldura isaanii, duuba isaanii, mirga isaaniitiifi bitaa isaanii irraan isaanitti dhufaIrra hedduu isaaniis galateeffattoota taanii hin argitu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Al-A'raf

15قَالَ إِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiiniis) "Ati warra tursiifaman irraayi" jedheen
16قَالَ فَبِمَا أَغْوَيْتَنِي لَأَقْعُدَنَّ لَهُمْ صِرَاطَكَ الْمُسْتَقِيمَ
(Ibliisis) ni jedhe: "Waan ati na jallifteef, Dhugumatti, karaa kee qajeeloo irran isaaniif taa’a
17ثُمَّ لَآتِيَنَّهُم مِّن بَيْنِ أَيْدِيهِمْ وَمِنْ خَلْفِهِمْ وَعَنْ أَيْمَانِهِمْ وَعَن شَمَائِلِهِمْ ۖ وَلَا تَجِدُ أَكْثَرَهُمْ شَاكِرِينَ
Ergasii fuuldura isaanii, duuba isaanii, mirga isaaniitiifi bitaa isaanii irraan isaanitti dhufaIrra hedduu isaaniis galateeffattoota taanii hin argitu
18قَالَ اخْرُجْ مِنْهَا مَذْءُومًا مَّدْحُورًا ۖ لَّمَن تَبِعَكَ مِنْهُمْ لَأَمْلَأَنَّ جَهَنَّمَ مِنكُمْ أَجْمَعِينَ
(Rabbiinis) ni jedhe: "Ishee irraa arrabsamaa, fageeffamaa haala taateen ba’iIsaan irraa namoota si hordofe, isin hunda irraan Jahannama guuta
19وَيَا آدَمُ اسْكُنْ أَنتَ وَزَوْجُكَ الْجَنَّةَ فَكُلَا مِنْ حَيْثُ شِئْتُمَا وَلَا تَقْرَبَا هَٰذِهِ الشَّجَرَةَ فَتَكُونَا مِنَ الظَّالِمِينَ
Yaa Aadam! Atiifi niitiin kee jannata keessa taaaa; iddoo feetan irraas nyaadhaaMiidhaa raawwattoota irraa taatu mukattii kanatti immoo hin dhihaatinaa
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 17

Suuratu Al-A'raf Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii fuuldura isaanii, duuba isaanii, mirga isaaniitiifi bitaa isaanii irraan…

Suuratu Aayah 17/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers