Al-A'raf · 16/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
قَالَ فَبِمَا أَغْوَيْتَنِي لَأَقْعُدَنَّ لَهُمْ صِرَاطَكَ الْمُسْتَقِيمَ ۝١٦
Qaala fabimaaa aghway tanee la aq`udanna lahum Siraatakal Mustaqeem
📖 Afaan Oromoon
(Ibliisis) ni jedhe: "Waan ati na jallifteef, Dhugumatti, karaa kee qajeeloo irran isaaniif taa’a

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-A'raf

14قَالَ أَنظِرْنِي إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ
(Ibliis) "Hanga guyyaa isaan kaafamaniitti na tursiisi" jedhe
15قَالَ إِنَّكَ مِنَ الْمُنظَرِينَ
(Rabbiiniis) "Ati warra tursiifaman irraayi" jedheen
16قَالَ فَبِمَا أَغْوَيْتَنِي لَأَقْعُدَنَّ لَهُمْ صِرَاطَكَ الْمُسْتَقِيمَ
(Ibliisis) ni jedhe: "Waan ati na jallifteef, Dhugumatti, karaa kee qajeeloo irran isaaniif taa’a
17ثُمَّ لَآتِيَنَّهُم مِّن بَيْنِ أَيْدِيهِمْ وَمِنْ خَلْفِهِمْ وَعَنْ أَيْمَانِهِمْ وَعَن شَمَائِلِهِمْ ۖ وَلَا تَجِدُ أَكْثَرَهُمْ شَاكِرِينَ
Ergasii fuuldura isaanii, duuba isaanii, mirga isaaniitiifi bitaa isaanii irraan isaanitti dhufaIrra hedduu isaaniis galateeffattoota taanii hin argitu
18قَالَ اخْرُجْ مِنْهَا مَذْءُومًا مَّدْحُورًا ۖ لَّمَن تَبِعَكَ مِنْهُمْ لَأَمْلَأَنَّ جَهَنَّمَ مِنكُمْ أَجْمَعِينَ
(Rabbiinis) ni jedhe: "Ishee irraa arrabsamaa, fageeffamaa haala taateen ba’iIsaan irraa namoota si hordofe, isin hunda irraan Jahannama guuta
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 16

Suuratu Al-A'raf Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Ibliisis) ni jedhe: "Waan ati na jallifteef, Dhugumatti, karaa kee…

Suuratu Aayah 16/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers