Al-Qiyamah · 20/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
كَلَّا بَلْ تُحِبُّونَ الْعَاجِلَةَ ۝٢٠
Kallaa bal tuhibboonal `aajilah
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isin ariifattuu (duuniyaa) jaalattu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Qiyamah

18فَإِذَا قَرَأْنَاهُ فَاتَّبِعْ قُرْآنَهُ
Yeroo Nuti isa qaraane qiraatii isaa hordofi
19ثُمَّ إِنَّ عَلَيْنَا بَيَانَهُ
Ergasii isa ibsuun Nurra jira
20كَلَّا بَلْ تُحِبُّونَ الْعَاجِلَةَ
Dhugumatti, isin ariifattuu (duuniyaa) jaalattu
21وَتَذَرُونَ الْآخِرَةَ
Aakhiraa ni dhiiftu
22وُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ نَّاضِرَةٌ
Fuulli gariin Guyyaa san iftuudha
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 20

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isin ariifattuu (duuniyaa) jaalattu

Suuratu Aayah 20/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers