Al-Qiyamah · 37/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
أَلَمْ يَكُ نُطْفَةً مِّن مَّنِيٍّ يُمْنَىٰ ۝٣٧
Alam yaku nutfatam mim maniyyiny yumnaa
📖 Afaan Oromoon
Sila inni bishaan saalaa kan dhangalaafamu irraa taee hin turree

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Al-Qiyamah

35ثُمَّ أَوْلَىٰ لَكَ فَأَوْلَىٰ
Sana booda badiin siif haa ta’u! Ammas badiin
36أَيَحْسَبُ الْإِنسَانُ أَن يُتْرَكَ سُدًى
Sila namni akkanumaan dhiifamuu yaadaa
37أَلَمْ يَكُ نُطْفَةً مِّن مَّنِيٍّ يُمْنَىٰ
Sila inni bishaan saalaa kan dhangalaafamu irraa taee hin turree
38ثُمَّ كَانَ عَلَقَةً فَخَلَقَ فَسَوَّىٰ
Ergasii dhiiga ititaa taeeti (nama godhee) uumee guute
39فَجَعَلَ مِنْهُ الزَّوْجَيْنِ الذَّكَرَ وَالْأُنثَىٰ
Isa irraas cimdii lama, dhiiraafi dhalaa, taasise
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 37

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila inni bishaan saalaa kan dhangalaafamu irraa taee hin turree

Suuratu Aayah 37/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers