An-Naba · 16/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
وَجَنَّاتٍ أَلْفَافًا ۝١٦
Wa jan naatin alfafa
📖 Afaan Oromoon
Ashaakiltii damee wal keessa seensifattes

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 14-18 — Suuratu An-Naba

14وَأَنزَلْنَا مِنَ الْمُعْصِرَاتِ مَاءً ثَجَّاجًا
Duumessa irraas bishaan dhangalaaa baayee buufne
15لِّنُخْرِجَ بِهِ حَبًّا وَنَبَاتًا
Isaan fuduraafi marga baasuuf jecha [buufne]
16وَجَنَّاتٍ أَلْفَافًا
Ashaakiltii damee wal keessa seensifattes
17إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ كَانَ مِيقَاتًا
Dhugumatti, guyyaan fooyamaa yeroo beellamamaa tae
18يَوْمَ يُنفَخُ فِي الصُّورِ فَتَأْتُونَ أَفْوَاجًا
[Guyyaan sun] guyyaa Garriin (xurumbaan) afuufamee isinis garee gareen dhuftanuudha
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — An-Naba 16

Suuratu An-Naba Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ashaakiltii damee wal keessa seensifattes

Suuratu Aayah 16/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers