Al-Mutaffifin · 27/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
وَمِزَاجُهُ مِن تَسْنِيمٍ ۝٢٧
Wa mizaajuhoo min Tasneem
📖 Afaan Oromoon
Makaan isaas ‘Tasniim’ irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu Al-Mutaffifin

25يُسْقَوْنَ مِن رَّحِيقٍ مَّخْتُومٍ
Farsoo qadaadamaa irraa obaafamu
26خِتَامُهُ مِسْكٌ ۚ وَفِي ذَٰلِكَ فَلْيَتَنَافَسِ الْمُتَنَافِسُونَ
Dhumti isaa miskiidha; sana keessatti warri wal dorgoman wal haa dorgoman
27وَمِزَاجُهُ مِن تَسْنِيمٍ
Makaan isaas ‘Tasniim’ irraayi
28عَيْنًا يَشْرَبُ بِهَا الْمُقَرَّبُونَ
(Tasniim) laga warri Rabbitti dhiheeffaman dhuganiidha
29إِنَّ الَّذِينَ أَجْرَمُوا كَانُوا مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا يَضْحَكُونَ
Dhugumatti, isaan dilaawan isaan amananitti kolfaa turan
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 27

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Makaan isaas ‘Tasniim’ irraayi

Suuratu Aayah 27/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers