Al-Ghashiyah · 6/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ghashiyah
لَّيْسَ لَهُمْ طَعَامٌ إِلَّا مِن ضَرِيعٍ ۝٦
Laisa lahum ta`aamun illaa min daree
📖 Afaan Oromoon
Adaamii malee nyaanni isaaniif hin jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Ghashiyah

4تَصْلَىٰ نَارًا حَامِيَةً
Ibidda gubduu seenti
5تُسْقَىٰ مِنْ عَيْنٍ آنِيَةٍ
Burqituu danfituu irraa obaafamti
6لَّيْسَ لَهُمْ طَعَامٌ إِلَّا مِن ضَرِيعٍ
Adaamii malee nyaanni isaaniif hin jiru
7لَّا يُسْمِنُ وَلَا يُغْنِي مِن جُوعٍ
Hin gabbisu; beela irraas hin duroomsu
8وُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ نَّاعِمَةٌ
Fuulli gariin guyyaa san qananiituudha
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 6

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adaamii malee nyaanni isaaniif hin jiru

Suuratu Aayah 6/26 — Suuratu Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ghashiyah Caqasi, Suuratu Al-Ghashiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Ghashiyah mp3, Suuratu Al-Ghashiyah pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers