Al-Fajr · 18/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
وَلَا تَحَاضُّونَ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ ۝١٨
Wa laa tahaaaddoona `alaata`aamil miskeen
📖 Afaan Oromoon
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Fajr

16وَأَمَّا إِذَا مَا ابْتَلَاهُ فَقَدَرَ عَلَيْهِ رِزْقَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَهَانَنِ
Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha
17كَلَّا ۖ بَل لَّا تُكْرِمُونَ الْيَتِيمَ
Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan
18وَلَا تَحَاضُّونَ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan
19وَتَأْكُلُونَ التُّرَاثَ أَكْلًا لَّمًّا
Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu
20وَتُحِبُّونَ الْمَالَ حُبًّا جَمًّا
Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 18

Suuratu Al-Fajr Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan

Suuratu Aayah 18/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers