Al-Fajr · 24/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
يَقُولُ يَا لَيْتَنِي قَدَّمْتُ لِحَيَاتِي ۝٢٤
Yaqoolu yaa laitanee qaddamtu lihayaatee
📖 Afaan Oromoon
Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Suuratu Al-Fajr

22وَجَاءَ رَبُّكَ وَالْمَلَكُ صَفًّا صَفًّا
(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan]
23وَجِيءَ يَوْمَئِذٍ بِجَهَنَّمَ ۚ يَوْمَئِذٍ يَتَذَكَّرُ الْإِنسَانُ وَأَنَّىٰ لَهُ الذِّكْرَىٰ
Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree
24يَقُولُ يَا لَيْتَنِي قَدَّمْتُ لِحَيَاتِي
Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa
25فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُعَذِّبُ عَذَابَهُ أَحَدٌ
Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu
26وَلَا يُوثِقُ وَثَاقَهُ أَحَدٌ
Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 24

Suuratu Al-Fajr Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa

Suuratu Aayah 24/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers