Yunus · 81/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
فَلَمَّا أَلْقَوْا قَالَ مُوسَىٰ مَا جِئْتُم بِهِ السِّحْرُ ۖ إِنَّ اللَّهَ سَيُبْطِلُهُ ۖ إِنَّ اللَّهَ لَا يُصْلِحُ عَمَلَ الْمُفْسِدِينَ ۝٨١
Falammaaa alqaw qaala Moosaa maa ji`tum bihis sihru innal laaha sa yubtiluhoo innal laaha laa yuslihu `amalal mufsideen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo isaan darban Muusaan ni jedhe: “Wanti isin isaan dhuftan falfalaa, dhugumatti, Rabbiin isa balleessuuf jiraDhugumatti, Rabbiin dalagaa badii hojjattootaa hin tolchu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 79-83 — Yunus

79وَقَالَ فِرْعَوْنُ ائْتُونِي بِكُلِّ سَاحِرٍ عَلِيمٍ
Fir’awnis ni jedhe: “Cufa falfalaa beekaatiin natti koottaa.”
80فَلَمَّا جَاءَ السَّحَرَةُ قَالَ لَهُم مُّوسَىٰ أَلْقُوا مَا أَنتُم مُّلْقُونَ
Yeroo falfaltoonni dhufan, Muusaan isaaniin ni jedhe: “Waan darbuu feetan darbaa.”
81فَلَمَّا أَلْقَوْا قَالَ مُوسَىٰ مَا جِئْتُم بِهِ السِّحْرُ ۖ إِنَّ اللَّهَ سَيُبْطِلُهُ ۖ إِنَّ اللَّهَ لَا يُصْلِحُ عَمَلَ الْمُفْسِدِينَ
Yeroo isaan darban Muusaan ni jedhe: “Wanti isin isaan dhuftan falfalaa, dhugumatti, Rabbiin isa balleessuuf jiraDhugumatti, Rabbiin dalagaa badii hojjattootaa hin tolchu
82وَيُحِقُّ اللَّهُ الْحَقَّ بِكَلِمَاتِهِ وَلَوْ كَرِهَ الْمُجْرِمُونَ
Odoo badii raawwattoonni jibbanuu, Rabbiin dhugaa jechoota Isaatiin mirkaneessa.”
83فَمَا آمَنَ لِمُوسَىٰ إِلَّا ذُرِّيَّةٌ مِّن قَوْمِهِ عَلَىٰ خَوْفٍ مِّن فِرْعَوْنَ وَمَلَئِهِمْ أَن يَفْتِنَهُمْ ۚ وَإِنَّ فِرْعَوْنَ لَعَالٍ فِي الْأَرْضِ وَإِنَّهُ لَمِنَ الْمُسْرِفِينَ
Fir’awniifi qondaaltonni isaa isaan jallisuu sodaachuu irraa kan kae, dhaloota ummata Muusaa irraa ta’e malee Muusaaf hin amanneDhugumatti, Fir’awn dachii keessatti of tuulaadhaAmmas inni daanga dabritoota irraayi
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
81Aayah

Hiikkaa — Yunus 81

Suuratu Yunus Aayah 81 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo isaan darban Muusaan ni jedhe: “Wanti isin isaan dhuftan…

Suuratu Aayah 81/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 79–83. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers