Hud · 21/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Hud
أُولَٰئِكَ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ ۝٢١
Ulaaa`ikal lazeena khasirooo anfusahum wa dalla `anhum maa kaanoo yaftaroon
📖 Afaan Oromoon
Warri sun isaan lubbuu isaanii hoonga’anii wanti isaan ofirraa uumanii (gabbaraa) turanis jalaa badeedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Hud

19الَّذِينَ يَصُدُّونَ عَن سَبِيلِ اللَّهِ وَيَبْغُونَهَا عِوَجًا وَهُم بِالْآخِرَةِ هُمْ كَافِرُونَ
Isaanis warra karaa Rabbii irraa (namoota) deebisaniifi dabiinsa ishees fedhaniidhaIsaan isaanumatu Aakiraattis kaafiroota
20أُولَٰئِكَ لَمْ يَكُونُوا مُعْجِزِينَ فِي الْأَرْضِ وَمَا كَانَ لَهُم مِّن دُونِ اللَّهِ مِنْ أَوْلِيَاءَ ۘ يُضَاعَفُ لَهُمُ الْعَذَابُ ۚ مَا كَانُوا يَسْتَطِيعُونَ السَّمْعَ وَمَا كَانُوا يُبْصِرُونَ
Warri sun dachii keessatti (Rabbiin) dadhabsiisoo hin turreRabbii alattis gargaaraan tokkolleen isaaniif hin turreAdabichis dachaa isaaniif godhama(Haqa) dhagahuus kan danda’an hin turre; kan arganis hin turre
21أُولَٰئِكَ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ
Warri sun isaan lubbuu isaanii hoonga’anii wanti isaan ofirraa uumanii (gabbaraa) turanis jalaa badeedha
22لَا جَرَمَ أَنَّهُمْ فِي الْآخِرَةِ هُمُ الْأَخْسَرُونَ
Dhugumatti, isaan isaanumatu Aakiraatti hoonga’oota, jechuutti Shakkiin hin jiru
23إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ وَأَخْبَتُوا إِلَىٰ رَبِّهِمْ أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْجَنَّةِ ۖ هُمْ فِيهَا خَالِدُونَ
Dhugumatti, isaan amananii gaggaarii hojjatanii, Rabbii isaaniitiif gadi jedhan isaan sun warra jannataatiIsaan ishee keessatti hafoodha
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Hud 21

Suuratu Hud Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri sun isaan lubbuu isaanii hoonga’anii wanti isaan ofirraa uumanii…

Suuratu Aayah 21/123 — Suuratu Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Hud Caqasi, Suuratu Hud Hiikkaa, Suuratu Hud mp3, Suuratu Hud pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers