Ibrahim · 16/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ibrahim
مِّن وَرَائِهِ جَهَنَّمُ وَيُسْقَىٰ مِن مَّاءٍ صَدِيدٍ ۝١٦
Minw waraaa`ihee jahannamu wa yusqaa mim maaa`in sadeed
📖 Afaan Oromoon
Fuuldura isaas jahannamtu jiraBishaan malaa irraas obaafama

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Ibrahim

14وَلَنُسْكِنَنَّكُمُ الْأَرْضَ مِن بَعْدِهِمْ ۚ ذَٰلِكَ لِمَنْ خَافَ مَقَامِي وَخَافَ وَعِيدِ
“Dhugumatti isaan booda dachittii irra isin qubsiifnaKun nama Na dura dhaabbachuu sodaateefi dinniina kiyyas sodaateefi.”
15وَاسْتَفْتَحُوا وَخَابَ كُلُّ جَبَّارٍ عَنِيدٍ
(Ergamoonnis Rabbi irraa) deeggarsa barbaadanOf tuulaan, mormaan hundi ni hoonga’e
16مِّن وَرَائِهِ جَهَنَّمُ وَيُسْقَىٰ مِن مَّاءٍ صَدِيدٍ
Fuuldura isaas jahannamtu jiraBishaan malaa irraas obaafama
17يَتَجَرَّعُهُ وَلَا يَكَادُ يُسِيغُهُ وَيَأْتِيهِ الْمَوْتُ مِن كُلِّ مَكَانٍ وَمَا هُوَ بِمَيِّتٍ ۖ وَمِن وَرَائِهِ عَذَابٌ غَلِيظٌ
Fedha isaatiin ala liqimsuutti dirqama; gadi isa liqimsuuttis hin dhiyaatu (hin danda’u)Duuti kallattii hunda irraa isatti dhufaInnis kan du’uu mitiFuuldura isaas adabbii guddaa ta’etu jira
18مَّثَلُ الَّذِينَ كَفَرُوا بِرَبِّهِمْ ۖ أَعْمَالُهُمْ كَرَمَادٍ اشْتَدَّتْ بِهِ الرِّيحُ فِي يَوْمٍ عَاصِفٍ ۖ لَّا يَقْدِرُونَ مِمَّا كَسَبُوا عَلَىٰ شَيْءٍ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الضَّلَالُ الْبَعِيدُ
Fakkeenyi warra Rabbii isaaniitti kafaranii, dalagaaleen isaanii akka daaraa guyyaa bubbee cimaa qilleensi itti hammaatteetiWaan hojjatan irraa homaattuu (fayyadamuu) hin danda’anKun isatu jallina fagoodha
IbrahimTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Ibrahim 16

Suuratu Ibrahim Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuuldura isaas jahannamtu jiraBishaan malaa irraas obaafama

Suuratu Aayah 16/52 — Suuratu Ibrahim إبراهيم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ibrahim Caqasi, Suuratu Ibrahim Hiikkaa, Suuratu Ibrahim mp3, Suuratu Ibrahim pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers