Al-Hijr · 44/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
لَهَا سَبْعَةُ أَبْوَابٍ لِّكُلِّ بَابٍ مِّنْهُمْ جُزْءٌ مَّقْسُومٌ ۝٤٤
Lahaa sab`atu abwaab; likulli baabim minhum juz`um maqsoom
📖 Afaan Oromoon
Isheedhaafis balbala torbatu jiraTokko tokkoon balbalaatiif isaan irraa qooda ramadamaatu jira.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 42-46 — Suuratu Al-Hijr

42إِنَّ عِبَادِي لَيْسَ لَكَ عَلَيْهِمْ سُلْطَانٌ إِلَّا مَنِ اتَّبَعَكَ مِنَ الْغَاوِينَ
Jallattoota irraa warra si hordofan malee dhugumatti, gabroota kiyya irratti dandeettiin tokkoyyuu siif hin jiru
43وَإِنَّ جَهَنَّمَ لَمَوْعِدُهُمْ أَجْمَعِينَ
Dhugumatti jahannam (isaafi hordoftoota isaatiif) walumaagalatti beellama isaaniiti
44لَهَا سَبْعَةُ أَبْوَابٍ لِّكُلِّ بَابٍ مِّنْهُمْ جُزْءٌ مَّقْسُومٌ
Isheedhaafis balbala torbatu jiraTokko tokkoon balbalaatiif isaan irraa qooda ramadamaatu jira.”
45إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri (Rabbiin) sodaatan ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessa jiru
46ادْخُلُوهَا بِسَلَامٍ آمِنِينَ
“Nagaan tasgabbaa’aa ishee seenaa” (jedhamaan)
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 44

Suuratu Al-Hijr Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isheedhaafis balbala torbatu jiraTokko tokkoon balbalaatiif isaan irraa qooda ramadamaatu…

Suuratu Aayah 44/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers