Al-Hijr · 73/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
فَأَخَذَتْهُمُ الصَّيْحَةُ مُشْرِقِينَ ۝٧٣
Fa akhazat humus saihatu mushriqeen
📖 Afaan Oromoon
Biiftuun isaanitti kan baatu ta’anii iyyattiin isaan qabatte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 71-75 — Suuratu Al-Hijr

71قَالَ هَٰؤُلَاءِ بَنَاتِي إِن كُنتُمْ فَاعِلِينَ
(Luuxis) ni jedhe: “kun shamarran kiyya, Yoo kan raawwattan taataniif (isaan fuudhaa).”
72لَعَمْرُكَ إِنَّهُمْ لَفِي سَكْرَتِهِمْ يَعْمَهُونَ
(Yaa Muhammad!) Jireenya keetti kakadhee! Dhugumatti, isaan machii isaanii kessa dhama’u
73فَأَخَذَتْهُمُ الصَّيْحَةُ مُشْرِقِينَ
Biiftuun isaanitti kan baatu ta’anii iyyattiin isaan qabatte
74فَجَعَلْنَا عَالِيَهَا سَافِلَهَا وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن سِجِّيلٍ
Gubbaa ishee jala ishee taasifnee, dhagaa xuubii (dhoqqee gubame) irraa ta’e isaanitti roobsine
75إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّلْمُتَوَسِّمِينَ
Dhugumatti, kana keessa xiinxaltootaaf mallattooleetu jira
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
73Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 73

Suuratu Al-Hijr Aayah 73 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Biiftuun isaanitti kan baatu ta’anii iyyattiin isaan qabatte

Suuratu Aayah 73/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 71–75. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers