Al-Hijr · 79/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
فَانتَقَمْنَا مِنْهُمْ وَإِنَّهُمَا لَبِإِمَامٍ مُّبِينٍ ۝٧٩
Fantaqamnaa minhum wa innahumaa labi imaamim mubeen
📖 Afaan Oromoon
Haaloo isaan irraa ba’anneDhugumatti, isaan lamaanuu daandii ifa ta’e irra jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 77-81 — Suuratu Al-Hijr

77إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّلْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mu’uminootaaf mallattootu jirti
78وَإِن كَانَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ لَظَالِمِينَ
Dubbiif, warri bosonaa dhugumatti miidhaa raawwattoota ta’an
79فَانتَقَمْنَا مِنْهُمْ وَإِنَّهُمَا لَبِإِمَامٍ مُّبِينٍ
Haaloo isaan irraa ba’anneDhugumatti, isaan lamaanuu daandii ifa ta’e irra jiru
80وَلَقَدْ كَذَّبَ أَصْحَابُ الْحِجْرِ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti jiraattonni Hijris ergamtoota kijibsiisaniiru
81وَآتَيْنَاهُمْ آيَاتِنَا فَكَانُوا عَنْهَا مُعْرِضِينَ
Mallattoolee keenyas isaaniif kenninee, isaan irraa garagaloo ta’an
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
79Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 79

Suuratu Al-Hijr Aayah 79 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haaloo isaan irraa ba’anneDhugumatti, isaan lamaanuu daandii ifa ta’e irra…

Suuratu Aayah 79/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 77–81. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers