Al-Hijr · 88/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
لَا تَمُدَّنَّ عَيْنَيْكَ إِلَىٰ مَا مَتَّعْنَا بِهِ أَزْوَاجًا مِّنْهُمْ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِلْمُؤْمِنِينَ ۝٨٨
Laa tamuddanna `ainaika ilaa maa matta `naa biheee azwaajam minhum wa laa tahzan `alaihim wakhfid janaahaka lilmu `mineen
📖 Afaan Oromoon
Gara waan nuti garee isaan (kaafiroota) irraa ta’an ittiin qanansiifnee ija kee lamaan hin diriirsin; Isaan irrattis hin gaddin; kooluu ija keetiis Mu’uminootaaf gadi qabi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 86-90 — Suuratu Al-Hijr

86إِنَّ رَبَّكَ هُوَ الْخَلَّاقُ الْعَلِيمُ
Rabbiin kees isatu akkaan uumaa, beekaadha
87وَلَقَدْ آتَيْنَاكَ سَبْعًا مِّنَ الْمَثَانِي وَالْقُرْآنَ الْعَظِيمَ
Dhugumatti Nuti deddeebi’aa irraa torbaafi Qur’aana guddaa siif kenninee jirra
88لَا تَمُدَّنَّ عَيْنَيْكَ إِلَىٰ مَا مَتَّعْنَا بِهِ أَزْوَاجًا مِّنْهُمْ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِلْمُؤْمِنِينَ
Gara waan nuti garee isaan (kaafiroota) irraa ta’an ittiin qanansiifnee ija kee lamaan hin diriirsin; Isaan irrattis hin gaddin; kooluu ija keetiis Mu’uminootaaf gadi qabi
89وَقُلْ إِنِّي أَنَا النَّذِيرُ الْمُبِينُ
“Dhugumatti ani, anatu sodaachisaa ifa galaadha” jedhi
90كَمَا أَنزَلْنَا عَلَى الْمُقْتَسِمِينَ
Akkuma qoqqooddattoota irratti buufne
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
88Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 88

Suuratu Al-Hijr Aayah 88 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara waan nuti garee isaan (kaafiroota) irraa ta’an ittiin qanansiifnee…

Suuratu Aayah 88/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 86–90. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers