Al-Hijr · 89/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَقُلْ إِنِّي أَنَا النَّذِيرُ الْمُبِينُ ۝٨٩
Wa qul inneee anan nazeerul mubeen
📖 Afaan Oromoon
“Dhugumatti ani, anatu sodaachisaa ifa galaadha” jedhi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 87-91 — Suuratu Al-Hijr

87وَلَقَدْ آتَيْنَاكَ سَبْعًا مِّنَ الْمَثَانِي وَالْقُرْآنَ الْعَظِيمَ
Dhugumatti Nuti deddeebi’aa irraa torbaafi Qur’aana guddaa siif kenninee jirra
88لَا تَمُدَّنَّ عَيْنَيْكَ إِلَىٰ مَا مَتَّعْنَا بِهِ أَزْوَاجًا مِّنْهُمْ وَلَا تَحْزَنْ عَلَيْهِمْ وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِلْمُؤْمِنِينَ
Gara waan nuti garee isaan (kaafiroota) irraa ta’an ittiin qanansiifnee ija kee lamaan hin diriirsin; Isaan irrattis hin gaddin; kooluu ija keetiis Mu’uminootaaf gadi qabi
89وَقُلْ إِنِّي أَنَا النَّذِيرُ الْمُبِينُ
“Dhugumatti ani, anatu sodaachisaa ifa galaadha” jedhi
90كَمَا أَنزَلْنَا عَلَى الْمُقْتَسِمِينَ
Akkuma qoqqooddattoota irratti buufne
91الَّذِينَ جَعَلُوا الْقُرْآنَ عِضِينَ
Isaan Qur’aana garee taasisan (gariitti amananii garitti kafaran)
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
89Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 89

Suuratu Al-Hijr Aayah 89 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Dhugumatti ani, anatu sodaachisaa ifa galaadha” jedhi

Suuratu Aayah 89/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 87–91. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers