Al-Kahf · 90/110
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Kahf
حَتَّىٰ إِذَا بَلَغَ مَطْلِعَ الشَّمْسِ وَجَدَهَا تَطْلُعُ عَلَىٰ قَوْمٍ لَّمْ نَجْعَل لَّهُم مِّن دُونِهَا سِتْرًا ۝٩٠
Hattaaa izaa balagha matli`ash shamsi wajdahaa tatlu`u alaa qawmil lam naj`al lahum min doonihaa sitraa
📖 Afaan Oromoon
Yeroma iddoo baha biiftuu ga’e, isheedhaa ummata ishee irraa golgaa Nuti isaaniif hin taasisin irratti baatu arge

🎧 Caqasi


📜 Aayah 88-92 — Suuratu Al-Kahf

88وَأَمَّا مَنْ آمَنَ وَعَمِلَ صَالِحًا فَلَهُ جَزَاءً الْحُسْنَىٰ ۖ وَسَنَقُولُ لَهُ مِنْ أَمْرِنَا يُسْرًا
Nama amanee, gaariis hojjate immoo, isaaf mindaa gaarii ta’etu jiraNutis ajaja keenya irraa laafaatti isa ajajuuf jirra.”
89ثُمَّ أَتْبَعَ سَبَبًا
Sana booda karaa hordofe
90حَتَّىٰ إِذَا بَلَغَ مَطْلِعَ الشَّمْسِ وَجَدَهَا تَطْلُعُ عَلَىٰ قَوْمٍ لَّمْ نَجْعَل لَّهُم مِّن دُونِهَا سِتْرًا
Yeroma iddoo baha biiftuu ga’e, isheedhaa ummata ishee irraa golgaa Nuti isaaniif hin taasisin irratti baatu arge
91كَذَٰلِكَ وَقَدْ أَحَطْنَا بِمَا لَدَيْهِ خُبْرًا
(Dubbichi) akka kanaWantoota isa bira jiran dhugumatti, beekumsaan marsineerra
92ثُمَّ أَتْبَعَ سَبَبًا
Ergasii karaa (kaabaa) hordofe
Al-KahfTarreeffama Qur'ana
110Aayah
MeccanRevelation
90Aayah

Hiikkaa — Al-Kahf 90

Suuratu Al-Kahf Aayah 90 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroma iddoo baha biiftuu ga’e, isheedhaa ummata ishee irraa golgaa…

Suuratu Aayah 90/110 — Suuratu Al-Kahf الكهف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Kahf Caqasi, Suuratu Al-Kahf Hiikkaa, Suuratu Al-Kahf mp3, Suuratu Al-Kahf pdf. Aayah 88–92. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers