Maryam · 87/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
لَّا يَمْلِكُونَ الشَّفَاعَةَ إِلَّا مَنِ اتَّخَذَ عِندَ الرَّحْمَٰنِ عَهْدًا ۝٨٧
Laa yamlikoonash shafaa`ta illaa manittakhaza `indar Rahmaani `ahdaa
📖 Afaan Oromoon
Nama Rahmaan biraa waadaa qabu malee araarsaa argachuu hin danda’anu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 85-89 — Suuratu Maryam

85يَوْمَ نَحْشُرُ الْمُتَّقِينَ إِلَى الرَّحْمَٰنِ وَفْدًا
Guyyaa warra Rabbiin sodaatan gara Rahmaanitti garee kabajamoo taasifnee isaan walitti qabnu [yaadadhu]
86وَنَسُوقُ الْمُجْرِمِينَ إِلَىٰ جَهَنَّمَ وِرْدًا
Badii raawwattoota immoo dheebotoo taasifnee gara Jahannam oofna
87لَّا يَمْلِكُونَ الشَّفَاعَةَ إِلَّا مَنِ اتَّخَذَ عِندَ الرَّحْمَٰنِ عَهْدًا
Nama Rahmaan biraa waadaa qabu malee araarsaa argachuu hin danda’anu
88وَقَالُوا اتَّخَذَ الرَّحْمَٰنُ وَلَدًا
“Rahmaan ilma godhate” jedhu
89لَّقَدْ جِئْتُمْ شَيْئًا إِدًّا
Dhugumatti, isin waan fokkataa fiddaniirtu
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
87Aayah

Hiikkaa — Maryam 87

Suuratu Maryam Aayah 87 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama Rahmaan biraa waadaa qabu malee araarsaa argachuu hin danda’anu

Suuratu Aayah 87/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 85–89. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers