Maryam · 88/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
وَقَالُوا اتَّخَذَ الرَّحْمَٰنُ وَلَدًا ۝٨٨
Wa qaalut takhazar Rahmaanu waladaa
📖 Afaan Oromoon
“Rahmaan ilma godhate” jedhu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 86-90 — Suuratu Maryam

86وَنَسُوقُ الْمُجْرِمِينَ إِلَىٰ جَهَنَّمَ وِرْدًا
Badii raawwattoota immoo dheebotoo taasifnee gara Jahannam oofna
87لَّا يَمْلِكُونَ الشَّفَاعَةَ إِلَّا مَنِ اتَّخَذَ عِندَ الرَّحْمَٰنِ عَهْدًا
Nama Rahmaan biraa waadaa qabu malee araarsaa argachuu hin danda’anu
88وَقَالُوا اتَّخَذَ الرَّحْمَٰنُ وَلَدًا
“Rahmaan ilma godhate” jedhu
89لَّقَدْ جِئْتُمْ شَيْئًا إِدًّا
Dhugumatti, isin waan fokkataa fiddaniirtu
90تَكَادُ السَّمَاوَاتُ يَتَفَطَّرْنَ مِنْهُ وَتَنشَقُّ الْأَرْضُ وَتَخِرُّ الْجِبَالُ هَدًّا
(Kana) irraa samiin babbaqaquu, dachiinis dhodhooyuufi gaarreenis caccabanii kufuuf dhiaatu (fiddan)
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
88Aayah

Hiikkaa — Maryam 88

Suuratu Maryam Aayah 88 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Rahmaan ilma godhate” jedhu

Suuratu Aayah 88/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 86–90. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers